First Prev
of 2
Next Last
GOOTA DIINII

Ethiopia

#1 Dec 2, 2010
YAA ALABAA KEENYA YOOMUMA IFATTI SI BAAFANNAA?
diriba

Addis Abeba, Ethiopia

#2 Apr 24, 2011
no peace for Oromo with out death of meles z
we all must stand for oromo politically prison
Kadiir Abbaa Amaan

Ethiopia

#3 Jul 17, 2011
Ni turit malee dhugaan ni dhuft!
Halkan hamma fedhi teeratus guyaan dhufuu hin oolu.
Obsaan aanan goromsaa dhuga.
Rabiin dhugaa hin wollaalu

Nuti wol qooduu haadhiifnuu,sana duuba.......
Kadiir Abbaa Amaan

Ethiopia

#4 Jul 17, 2011
Wal qooduu haadhiifnuu, garaan keenna tokko haata'u .Sana booda........
Chala

Europe

#5 Nov 25, 2011
Qabsoon abdii guutuun ta'uu qaba.Halkanichi waan dheeratu fakkaatus bari'uun isaa hin oolu.
bilisuma

Ethiopia

#6 Jan 25, 2012
Ni turit malee dhugaan ni dhuft!
Halkan hamma fedhi teeratus guyaan dhufuu hin oolu.
Obsaan aanan goromsaa dhuga.
Rabiin dhugaa hin wollaalu

Nuti wol qooduu haadhiifnuu,sana duuba.......
Falmataa Biyyasaa

Addis Ababa, Ethiopia

#7 May 9, 2012
AN Garaaf Jedhee Dhiiga koo hin gurguruum nan du'aaf malee.kan har'aa kun...jabaadhaa aduun bari'uu geesseettii.
Edossa

Europe

#8 Jul 13, 2012
edossaggmssq@gmail.com or edossa_kenea@yahoo.com and +251911302264 by rule of communication and its' standard you can communicate me.
Sign of flag is not for oppose as Dambi Dollo and today world, but the sign of freedom.
Quote affajeshi.
Edossa

Europe

#9 Jul 13, 2012
I am not mister Lencho Leta and going to face his felarity. Stop live in book, others site, e-mail, software e.t.c. I have e-mail and mobile phone contact me.
Edossa

Europe

#10 Jul 13, 2012
I am not mister Lencho Leta and going to face his felarity. Stop live in book, others site, e-mail, software e.t.c and there assassinat. I have e-mail and mobile phone contact me. Stope or Quote dr Dido Kotile name.
Edossa

Europe

#11 Jul 13, 2012
Quote brain and mind off and brake hackers and body take;
Edossa

Europe

#12 Jul 13, 2012
Quote down; right.
sabakiyaaf

Ethiopia

#13 Dec 28, 2012
"haddurree barri Hidhe hantuunni eegee Nyaatti jedha "oromoon kanaaf homaa miti bari tokko ni bilisoomna!
Ankeet Yoomiyyuu

Addis Ababa, Ethiopia

#14 Dec 31, 2012
Oromoon osoo lagaa fi naanoon wal qooduu dhiisee tokko tahee barri bilisuummaa isaa fagoo miti.
Ankeet Yoomiyyuu

Addis Ababa, Ethiopia

#15 Dec 31, 2012
oromoo jabaadhuu walii galii bilisummaan fagoo miti.
milkii

Adama, Ethiopia

#16 Jan 1, 2013
yaa alaabaa biyya koo hangan ifatti si baafadhutti rafee hin bulu.
fiqee dha ani

Addis Ababa, Ethiopia

#17 Jan 30, 2013
akkaan bareedaa dha afrikaa kibbaa irratti itiyoophiyaa 6 fi0 dhaan mooyatee gadlakkiseera osoo biyya keenya seenee rakkoolee hawaasaa heddu furuu danda'a kanaaf akka dhufuuf gumaachatu nurraa eeggama.aduun akka dhiitetti hin haftu ummanni keenya abdii muruu baay'isa kun immoo ta'uu hin qabu.akkuma adirreen obsaan teesse hantuuta hin dhabdu jedhamu sana ta'a waan ta'eef.ummanni oromoo walbeekuu fi waljaalachuun akkasumas wal kabajuun nurra haa jiraatuun ergaa kooti.
hereSLLGOBJCWIEd ossaKenea

Europe

#18 Sep 30, 2013
/*quoetOpdoAndSpdmTirrerosim
practicalIpliment
Freedom of information act(foia is life; olf society orderd liberal life is genius. A man not only live in food, but also word of God. So we accessepit foia from Jesus Christ heaven.
Nature(soul) share life and protect herself by her principle.
Dembi dollo peace land and space. The high nucler power of natural soul is conciose.
Beutiful calture of dembi dollo people. Nature of kind dembi dollo. Natural body diversty of dembi dollo people. Holy spirt God life from Christ lord of liberation and democrase. Brave dembi dollo people.
www.olf.org/dembidollo.com/nasa.gov/cia.gov/m... */
hereSLLGOBJCWIEd ossaKenea

United States

#19 Nov 22, 2013
/*#An authrotazed dembi dollo people live in different cantries illegal try to face in mortal ethiopia dengeres for an ethiopian power implimenters of litrants. Where ever you go you loose same snapshoting(exact proplems). Olf society(dembi dollo or sayo people) activists live in differnt world.
How live in mortal ethiopia ? soul activist Edossa Kenea and holy life and killer God.
www.olf.org
www.foia.gov
www.cia.gov
www.glob.gov #*/
kisi

Adama, Ethiopia

#20 Dec 13, 2013
if there is unity there is...........

Tell me when this thread is updated:

Subscribe Now Add to my Tracker
First Prev
of 2
Next Last

Add your comments below

Characters left: 4000

Please note by submitting this form you acknowledge that you have read the Terms of Service and the comment you are posting is in compliance with such terms. Be polite. Inappropriate posts may be removed by the moderator. Send us your feedback.

Dembi Dolo, Ethiopia Discussions

Title Updated Last By Comments
World Bank approves US$ 245 mln credit to const... (Jun '09) Sep '13 hereSLLGOBJCWIEdo... 28
Harka Fuune (May '10) Jul '13 Dhugaa 5
Harka fudhee Jaallawan (Jan '11) May '12 Falmataa Biyyasaa 3
•••
Enter and win $5000
•••

Dembi Dolo, Ethiopia People Search

Addresses and phone numbers for FREE

•••